-
Fakkeenya 6:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ija of tuulu,+ arraba sobuu+ fi harka dhiiga qulqulluu dhangalaasu,+
-
Mulʼata 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Haa taʼu malee, warri sodaatan, warri amantii hin qabne,+ warri xurii isaaniitiin balfamoo taʼan, warri nama ajjeesan,+ warri halaleen,*+ warri gocha hafuurota hamoo raawwatan, warri waaqolii tolfamoo waaqeffatanii fi warri sobduun+ hundi qoodni isaanii haroo ibiddaa dinyiidhaan bobaʼu keessatti gatamuu dha.+ Kun duʼa isa lammaffaa argisiisa.”+
-
-
-