LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaadannoon* nama qajeelaa eebba argamsiisa,+

      Maqaan nama hamaa garuu tortoree bada.+

  • Ibroota 10:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Beekumsa dhugaa isa sirrii erga argannee booda, taʼe jennee cubbuu hojjechuu yoo amaleeffanne,+ sana booda aarsaa kan biraan cubbuu keenyaaf dhihaatu hin jiraatu;+ 27 kanaa mannaa, murtii sodaachisaa isa akka dhufu eegamuu fi dheekkamsa bobaʼu isa warra morman sana gubutu jiraata.+

  • Mulʼata 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Gurra kan qabu wanta hafuurri gumiiwwanitti dubbatu haa dhagaʼu:+ Isa injifatu+ irra matumaa duuti lammaffaan+ hin gaʼu.’

  • Mulʼata 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Warri duʼaa kaʼuu isa jalqabaa keessaa qooda qaban hundi gammadoo fi qulqulloota dha;+ duuti inni lammaffaan+ isaan irratti aangoo hin qabu;+ kanaa mannaa, isaan luboota+ Waaqayyoo fi luboota Kiristoos taʼu; mootota taʼaniis waggaa 1,000f isaa wajjin ni bulchu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi