Faarfannaa 112:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni matumaa hin raafamu.+ ל [Laamed] Namni qajeelaan bara baraaf yaadatama.+ Lallaba 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Maqaa gaariin* zayitii gaarii irra wayya,+ guyyaan duʼaas guyyaa dhalootaa irra wayya.