LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaadannoon* nama qajeelaa eebba argamsiisa,+

      Maqaan nama hamaa garuu tortoree bada.+

  • Fakkeenya 22:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Qabeenya guddaa mannaa maqaa gaariin* filatamaa dha;+

      Ulfina argachuunis meetii fi warqii irra wayya.

  • Isaayyaas 56:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Ani mana koo keessatti, dallaawwan koo keessattis siidaa yaadannoo fi maqaa,

      Isa ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa irra caalu isaaniif nan kenna.

      Maqaa bara baraa,

      Isa hin badne isaaniif nan kenna.

  • Luqaas 10:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Taʼus, maqaan keessan samii irratti waan barreeffameef+ gammadaa malee, hafuuronni hamoon waan isiniif ajajamaniif hin gammadinaa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi