Faarfannaa 15:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Maallaqa isaa dhalaan hin liqeessu,+Isa balleessaa hin qabne miidhuuf mattaʼaa hin fudhatu.+ Namni wantoota kana raawwatu kam iyyuu matumaa hin raafamu.*+ Faarfannaa 125:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 125 Warri Yihowaatti amanaman,+Akkuma Gaara Xiyoon isa raafamuu hin dandeenyee fiBara baraaf jabaatee dhaabbatuu ti.+
5 Maallaqa isaa dhalaan hin liqeessu,+Isa balleessaa hin qabne miidhuuf mattaʼaa hin fudhatu.+ Namni wantoota kana raawwatu kam iyyuu matumaa hin raafamu.*+
125 Warri Yihowaatti amanaman,+Akkuma Gaara Xiyoon isa raafamuu hin dandeenyee fiBara baraaf jabaatee dhaabbatuu ti.+