1 Mootota 8:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo kanatti Solomoon akkana jedhe: “Yihowaan duumessa gurraacha+ keessa akka jiraatu dubbateera. 13 Ani mana ulfina qabeessa iddoo dhaabbataa ati bara baraaf keessa jiraattu+ siif ijaareera.” Faarfannaa 48:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+ Faarfannaa 132:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+ 14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+
12 Yeroo kanatti Solomoon akkana jedhe: “Yihowaan duumessa gurraacha+ keessa akka jiraatu dubbateera. 13 Ani mana ulfina qabeessa iddoo dhaabbataa ati bara baraaf keessa jiraattu+ siif ijaareera.”
2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+
13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+ 14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+