LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu, sabichi akkuma fagaatee dhaabbatetti jira ture; Museen garuu duumessa gurraacha iddoo Waaqni dhugaan jiru sanatti ni dhihaate.+

  • Keessa Deebii 5:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Yihowaan ajajawwan* kana gaaricha irratti ibidda, duumessaa fi duumessa gurraacha keessaa+ sagalee guddaadhaan guutummaa gumii keessaniitti dubbate; kana irrattis homaa hin daballe; achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreessee natti kenne.+

  • 2 Seenaa Baraa 6:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yeroo kanatti Solomoon akkana jedhe: “Yihowaan duumessa gurraacha keessa akka jiraatu dubbateera.+ 2 Ani mana ulfina qabeessa iddoo dhaabbataa ati bara baraaf keessa jiraattu+ siif ijaareera.”

  • Faarfannaa 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis dukkanaan of golge,+

      Naannoo isaas akkuma dunkaanaatti,

      Bishaan gurraachii fi duumessi cimaan jira ture.+

  • Faarfannaa 97:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Duumessii fi duumessi gurraachi isatti marsanii jiru;+

      Buʼuurri teessoo isaa qajeelummaa fi haqa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi