LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 16:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaa isa gorsa naaf kenne nan jajadha.+

      Halkan illee yaanni keessa koo jiru* na sirreessa.+

       8 Yeroo hunda Yihowaa of dura nan kaaʼadha.+

      Inni mirga kootiin waan jiruuf, ani matumaa hin raafamu.*+

  • Fakkeenya 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Namni kam iyyuu hamminaan tasgabbii hin argatu,+

      Qajeelonni garuu matumaa hin buqqifaman.

  • 2 Pheexiros 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu yaa obbolootaa, waamamuu+ fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa; wantoota kana gochuu keessan yoo itti fuftan matumaa hin kuftan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi