-
Baʼuu 22:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Namni tokko namni kan biraan maallaqa yookiin miʼa akka isaaf kaaʼu yoo itti kennatee fi wantoonni kun mana namichaa keessaa yoo hataman, hattuun sunis yoo argame, wanta hate sana dachaa lama godhee kiisii haa kaffalu.+
-