Baʼuu 20:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “Hin hatin.+ Efesoon 4:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Inni hatu kana booda hin hatin; kanaa mannaa, nama rakkateef wanta kennu akka qabaatuuf+ harka isaatiin jabaatee hojii gaarii haa hojjetu.+
28 Inni hatu kana booda hin hatin; kanaa mannaa, nama rakkateef wanta kennu akka qabaatuuf+ harka isaatiin jabaatee hojii gaarii haa hojjetu.+