LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 20:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Akka kanaan jabaadhee hojjechuudhaan,+ warra dadhaban akka gargaartanii fi wanta Gooftaan Yesuus, ‘Fudhachuu irra kennuutu caalaatti nama gammachiisa’+ jedhee dubbate akka yaadattan karaa hundumaan isinitti argisiiseera.”

  • 1 Tasalonqee 4:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkuma nuti isin barsiisne, nagaadhaan jiraachuuf,+ dhimma ofii keessanii qofa irratti xiyyeeffachuu+ fi harka keessaniin hojjechuuf+ carraaqqii godhaa; 12 kunis namoota ala jiran duratti seeraan akka deddeebitanii+ fi homtuu kan isinitti hin hirʼanne akka taataniifi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi