LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 4:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Inni hatu kana booda hin hatin; kanaa mannaa, nama rakkateef wanta kennu akka qabaatuuf+ harka isaatiin jabaatee hojii gaarii haa hojjetu.+

  • 1 Tasalonqee 4:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkuma nuti isin barsiisne, nagaadhaan jiraachuuf,+ dhimma ofii keessanii qofa irratti xiyyeeffachuu+ fi harka keessaniin hojjechuuf+ carraaqqii godhaa; 12 kunis namoota ala jiran duratti seeraan akka deddeebitanii+ fi homtuu kan isinitti hin hirʼanne akka taataniifi.

  • 2 Tasalonqee 3:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Fakkeenya keenya akkamitti hordofuu akka qabdan isin iyyuu beektu;+ sababiin isaas, nuti isin gidduu seera malee hin jiraanne, 8 akkasumas, nyaata nama kamii iyyuu tola* hin nyaanne.+ Kanaa mannaa, isin keessaa nama tokko illee baasii hedduu baasisuudhaan baʼaa akka isinitti hin taaneef, halkanii fi guyyaa dadhabnee, akkasumas dhamaanee hojjenna turre.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi