Fakkeenya 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+ Maatewos 10:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa. Luqaas 6:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”
17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+
8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa.
38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”