LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+

  • Uumama 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana jedhe: “Wanti ati goote kun maali dha? Kunoo, dhiigni obboleessa keetii lafa irraa gara kootti iyyachaa jira.+

  • Uumama 42:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ruubenis, “Ani, ‘Mucicha irratti cubbuu hin hojjetinaa’ isiniin jennaan isin na dhagaʼuu hin didnee?+ Kunoo, amma nuti dhugumaan dhiiga isaatiif itti gaafatamaa jirra” jedhee isaaniif deebise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi