-
Uumama 38:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Innis ishiin haadha manaa ilma isaa taʼuu ishii waan hin beekneef,+ karicha irraa ishiitti goree, “Maaloo, akkan sii wajjin saalqunnamtii raawwadhu naaf heyyami” ishiidhaan jedhe. Ishiin garuu, “Yoon sii wajjin saalqunnamtii raawwadhe maal naaf kennita?” isaan jette.
-