Baʼuu 40:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Taabota Dhugaa Baatuu achi keessa kaaʼi;+ Taaboticha golgaadhaan dhoksi.+ Lakkoofsa 10:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Akka kanaan, isaan gaara Yihowaa+ irraa kaʼanii adeemsa guyyaa sadii deemuu jalqaban; taabonni+ kakuu Yihowaas iddoo boqonnaa isaaniif barbaaduuf adeemsa guyyaa sadii isaan dura deeme.+
33 Akka kanaan, isaan gaara Yihowaa+ irraa kaʼanii adeemsa guyyaa sadii deemuu jalqaban; taabonni+ kakuu Yihowaas iddoo boqonnaa isaaniif barbaaduuf adeemsa guyyaa sadii isaan dura deeme.+