-
Baʼuu 19:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Achiis Museen gara Waaqa dhugaatti ol baʼe; Yihowaanis gaaricha irraa isa waamee+ akkana isaan jedhe: “Mana Yaaqoobiin, jechuunis Israaʼelotaan akkana jedhi:
-
-
Keessa Deebii 5:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Waaqni keenya Yihowaan Horeeb keessatti nuu wajjin kakuu galee ture.+
-