-
Iyyaasuu 3:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 akkana jedhanii sabicha ajajan: “Leewwonni luboota taʼan taabota kakuu Waaqa keessan Yihowaa baatanii akkuma argitaniin,+ iddoo keessanii kaʼaatii isa duukaa buʼaa. 4 Haa taʼu malee, gara dhundhuma 2,000* isa irraa fagaadhaa; isin kanaan dura karaa kana irra deemtanii waan hin beekneef, karaan irra deemuu qabdan isa kam akka taʼe beekuu akka dandeessaniif, kana caalaa itti hin dhihaatinaa.”
-