LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yihowaanis isaan guyyaa fi halkan deemuu akka dandaʼanitti,+ karicha irratti isaan geggeessuuf guyyaa utubaa duumessaatiin,+ halkan immoo ifa isaaniif kennuuf utubaa ibiddaatiin isaan dura deema ture.

  • Baʼuu 40:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Israaʼelonnis yeroo lafa onaa keessa deemaa turan hundumaatti yeroo duumessi sun godoo qulqulluu sana irraa kaʼu dunkaana isaanii achii ni buqqisu turan.+

  • Lakkoofsa 10:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Akka kanaan, isaan gaara Yihowaa+ irraa kaʼanii adeemsa guyyaa sadii deemuu jalqaban; taabonni+ kakuu Yihowaas iddoo boqonnaa isaaniif barbaaduuf adeemsa guyyaa sadii isaan dura deeme.+ 34 Yeroo isaan buufaticha keessaa baʼanii deemuu jalqabanitti duumessi Yihowaa+ guyyaa guyyaa isaan gararraa ni taʼa ture.

  • Faarfannaa 78:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Guyyaa duumessaan,

      Halkan guutuu immoo ifa ibiddaatiin isaan geggeesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi