Lakkoofsa 10:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa jiʼa isa lammaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 20ffaatti,+ duumessi sun godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sana irraa ni kaʼe.+ Nahimiyaa 9:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 ati yeroo sanatti illee, gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼe lafa onaa keessatti isaan hin dhiisne.+ Utubaan duumessaa karaa isaanii irratti isaan geggeessu guyyaa isaan irraa hin deemne; utubaan ibiddaa karaa isaan irra deeman isaaniif ibsus halkan isaan irraa hin deemne.+
11 Waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa jiʼa isa lammaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 20ffaatti,+ duumessi sun godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sana irraa ni kaʼe.+
19 ati yeroo sanatti illee, gara laafina kee isa guddaa irraa kan kaʼe lafa onaa keessatti isaan hin dhiisne.+ Utubaan duumessaa karaa isaanii irratti isaan geggeessu guyyaa isaan irraa hin deemne; utubaan ibiddaa karaa isaan irra deeman isaaniif ibsus halkan isaan irraa hin deemne.+