Baʼuu 40:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Achiis Dhugaa Baatuu+ sana fuudhee Taaboticha+ keessa kaaʼe; danqaraawwan+ sanas Taaboticha keessa loose; qadaadichas+ Taaboticha irra kaaʼe.+
20 Achiis Dhugaa Baatuu+ sana fuudhee Taaboticha+ keessa kaaʼe; danqaraawwan+ sanas Taaboticha keessa loose; qadaadichas+ Taaboticha irra kaaʼe.+