Baʼuu 30:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Dhiqannaadhaaf akka taʼutti sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼu tolchi;+ achiis dunkaana walgaʼii fi iddoo aarsaa gidduu kaaʼiitii bishaan itti naqi.+ Baʼuu 38:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii+ fi wanta inni irra taaʼu ni tolche; kana tolchuufis daawwitiiwwan* dubartoota warra karra dunkaana walgaʼii irratti tajaajiluuf gurmaaʼan sanaatti fayyadame.
18 “Dhiqannaadhaaf akka taʼutti sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼu tolchi;+ achiis dunkaana walgaʼii fi iddoo aarsaa gidduu kaaʼiitii bishaan itti naqi.+
8 Achiis sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii+ fi wanta inni irra taaʼu ni tolche; kana tolchuufis daawwitiiwwan* dubartoota warra karra dunkaana walgaʼii irratti tajaajiluuf gurmaaʼan sanaatti fayyadame.