Baʼuu 25:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 “Warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolchita. Baattuun ibsaa kun warqii tumame irraa haa tolfamu. Jalli isaa, jirmi isaa, dameewwan isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii haa tolfaman.+ Ibroota 9:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kutaan dunkaanichaa inni jalqabaa ijaaramee ture; isa keessas baattuun ibsaa,+ minjaallii fi daabboon Waaqayyo duratti dhihaatu*+ jira ture; inni Iddoo Qulqulluu+ jedhama.
31 “Warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolchita. Baattuun ibsaa kun warqii tumame irraa haa tolfamu. Jalli isaa, jirmi isaa, dameewwan isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii haa tolfaman.+
2 Kutaan dunkaanichaa inni jalqabaa ijaaramee ture; isa keessas baattuun ibsaa,+ minjaallii fi daabboon Waaqayyo duratti dhihaatu*+ jira ture; inni Iddoo Qulqulluu+ jedhama.