LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Saba Israaʼel gidduu nan jiraadha; Waaqa isaaniis nan taʼa.+

  • Keessa Deebii 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+

  • 2 Saamuʼel 7:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ati saba kee Israaʼeliin bara baraaf saba ofii keetii gootee ni hundeessite;+ yaa Yihowaa, Waaqa isaaniis ni taate.+

  • Faarfannaa 33:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sabni Waaqni isaa Yihowaa taʼe,

      Sabni inni qabeenya dhuunfaa isaa godhee filates gammadaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi