Lakkoofsa 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Achiis Qoraan+ inni ilma Yizhaar,+ ilma Qehaat,+ ilma Leewwii+ taʼe, ilmaan Ruuben+ keessaa Daataanii fi Abiraam warra ilmaan Eeliyaab+ taʼan, akkasumas Oon isa ilma Peelet taʼee wajjin ni kaʼe. Lakkoofsa 16:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Lafattiinis banamtee* isaanii fi maatii isaanii, akkasumas nama kan Qoraa taʼe hundumaa+ fi miʼawwan isaanii hundumaa ni liqimsite. Lakkoofsa 26:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis lafattiin banamtee* isaan liqimsite. Qoraan immoo yeroo ibiddi namoota 250 nyaatetti deggertoota isaa wajjin ni duʼe.+ Isaanis fakkeenya akeekkachiisaa taʼan.+
16 Achiis Qoraan+ inni ilma Yizhaar,+ ilma Qehaat,+ ilma Leewwii+ taʼe, ilmaan Ruuben+ keessaa Daataanii fi Abiraam warra ilmaan Eeliyaab+ taʼan, akkasumas Oon isa ilma Peelet taʼee wajjin ni kaʼe.
32 Lafattiinis banamtee* isaanii fi maatii isaanii, akkasumas nama kan Qoraa taʼe hundumaa+ fi miʼawwan isaanii hundumaa ni liqimsite.
10 Achiis lafattiin banamtee* isaan liqimsite. Qoraan immoo yeroo ibiddi namoota 250 nyaatetti deggertoota isaa wajjin ni duʼe.+ Isaanis fakkeenya akeekkachiisaa taʼan.+