Lakkoofsa 26:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis lafattiin banamtee* isaan liqimsite. Qoraan immoo yeroo ibiddi namoota 250 nyaatetti deggertoota isaa wajjin ni duʼe.+ Isaanis fakkeenya akeekkachiisaa taʼan.+ 11 Ilmaan Qoraa garuu hin duune.+
10 Achiis lafattiin banamtee* isaan liqimsite. Qoraan immoo yeroo ibiddi namoota 250 nyaatetti deggertoota isaa wajjin ni duʼe.+ Isaanis fakkeenya akeekkachiisaa taʼan.+ 11 Ilmaan Qoraa garuu hin duune.+