Baʼuu 6:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Ilmaan Qoraa Asiir, Elqaanaa fi Abiyaasaaf turan.+ Kanneen kun maatiiwwan Qorootaa turan.+ Lakkoofsa 26:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Maatiiwwan Leewwotaa kanneen kana turan: maatii Libnotaa,+ maatii Kebroonotaa,+ maatii Maahlotaa,+ maatii Muushotaa,+ akkasumas maatii Qorootaa.+ Qehaat Amraamiin dhalche.+ Faarfannaa 42:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Geggeessaa muuziqaatiif. Maaskiilii* ilmaan Qoraa.+
58 Maatiiwwan Leewwotaa kanneen kana turan: maatii Libnotaa,+ maatii Kebroonotaa,+ maatii Maahlotaa,+ maatii Muushotaa,+ akkasumas maatii Qorootaa.+ Qehaat Amraamiin dhalche.+