Baʼuu 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Museen Yihowaadhaan, “Yaa Yihowaa, dhiifama naaf godhi; ani duraanis taʼe erga ati tajaajilaa keetti dubbattee jalqabee matumaa nama akka gaariitti dubbatu miti; ani nama dubbachuu hin dandeenyee* fi arrabni isaa hidhame dha” jedhe.+ Baʼuu 6:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Museen garuu, “Kunoo, Israaʼelonni illee ana hin dhageenye erga taʼee,+ Faraʼoon ana nama dubbachuuf rakkatu akkamitti dhagaʼuu dandaʼa ree?”+ jedhee Yihowaadhaaf deebise.
10 Yeroo kanatti Museen Yihowaadhaan, “Yaa Yihowaa, dhiifama naaf godhi; ani duraanis taʼe erga ati tajaajilaa keetti dubbattee jalqabee matumaa nama akka gaariitti dubbatu miti; ani nama dubbachuu hin dandeenyee* fi arrabni isaa hidhame dha” jedhe.+
12 Museen garuu, “Kunoo, Israaʼelonni illee ana hin dhageenye erga taʼee,+ Faraʼoon ana nama dubbachuuf rakkatu akkamitti dhagaʼuu dandaʼa ree?”+ jedhee Yihowaadhaaf deebise.