Baʼuu 31:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne. Luqaas 11:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ani jinniiwwan kanan baasu quba Waaqayyootiin+ yoo taʼe garuu, Mootummaan Waaqayyoo utuu isin hin beekin isinitti dhufeera+ jechuu dha.
18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.
20 Ani jinniiwwan kanan baasu quba Waaqayyootiin+ yoo taʼe garuu, Mootummaan Waaqayyoo utuu isin hin beekin isinitti dhufeera+ jechuu dha.