LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 46:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Faraʼoon isin waamee, ‘Hojiin keessan maali dha?’ jedhee yoo isin gaafate, 34 ‘Nuti tajaajiltoonni kee fi abbootiin keenya ijoollummaa keenyaa jalqabee hamma harʼaatti horii horsiisna’ jedhaatii isaaf deebisaa;+ namni hoolaa tiksu kam iyyuu warra Gibxii biratti jibbamaa waan taʼeef,+ biyya Gooshen keessa akka jiraattan+ isiniif heyyama taʼa.”

  • Baʼuu 10:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Museen garuu akkana isaan jedhe: “Aarsaawwanii fi aarsaawwan gubamanis sumatu nuuf qopheessa;* nutis Waaqa keenya Yihowaadhaaf isaan ni dhiheessina.+ 26 Horiiwwan keenyas nuu wajjin ni deemu. Horiiwwan keenya keessaa tokko tokko Waaqa keenya Yihowaa waaqeffachuuf waan itti fayyadamnuuf, akkasumas hamma achi geenyutti Yihowaa waaqeffachuuf maal akka dhiheessinu waan hin beekneef, horii* tokko illee asitti dhiisuu hin dandeenyu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi