-
Baʼuu 12:31, 32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Innis yeruma sana halkanuma keessa Musee fi Aaroniin waamee+ akkana isaaniin jedhe: “Isinis taatan Israaʼelonni kaan kaʼaatii saba koo gidduudhaa deemaa. Akkuma jettanitti deemaatii Yihowaa tajaajilaa.+ 32 Akkuma jettanittis bushaayeewwan keessanii fi horiiwwan keessan fudhadhaa deemaa.+ Garuu anaanis eebbisaa.”
-