1 Qorontos 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akkuma amma bukoo raacitii hin qabne taatan kana, bukoo haaraa akka taataniif raacitii moofaa of gidduudhaa baasaa. Sababiin isaas, hoolaan Faasikaa keenya Kiristoos+ aarsaa+ taʼeera. Ibroota 11:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Inni balleessu sun, ijoollee isaanii warra angafaa akka hin miineef,* Museen Faasikaa kan kabajee fi dhiiga kan facaase amantiidhaan ture.+
7 Akkuma amma bukoo raacitii hin qabne taatan kana, bukoo haaraa akka taataniif raacitii moofaa of gidduudhaa baasaa. Sababiin isaas, hoolaan Faasikaa keenya Kiristoos+ aarsaa+ taʼeera.
28 Inni balleessu sun, ijoollee isaanii warra angafaa akka hin miineef,* Museen Faasikaa kan kabajee fi dhiiga kan facaase amantiidhaan ture.+