Baʼuu 12:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Innis yeruma sana halkanuma keessa Musee fi Aaroniin waamee+ akkana isaaniin jedhe: “Isinis taatan Israaʼelonni kaan kaʼaatii saba koo gidduudhaa deemaa. Akkuma jettanitti deemaatii Yihowaa tajaajilaa.+
31 Innis yeruma sana halkanuma keessa Musee fi Aaroniin waamee+ akkana isaaniin jedhe: “Isinis taatan Israaʼelonni kaan kaʼaatii saba koo gidduudhaa deemaa. Akkuma jettanitti deemaatii Yihowaa tajaajilaa.+