LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 46:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Waaqayyo halkan Israaʼelitti mulʼatee, “Yaaqoob, Yaaqoob!” jedhee isa waame; innis, “Kunoo asan jira!” jedhee deebise. 3 Waaqayyos akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa dhugaa isa Waaqa abbaa keetii taʼe sana dha.+ Achitti saba guddaa waanan si godhuuf, gara Gibxiitti gad buʼuu hin sodaatin.+

  • Uumama 47:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Israaʼelis biyya Gibxii keessa, biyya Gooshen keessa jiraachuu isaa itti fufe;+ isaan achi keessa ni jiraatan; ni horan; akka malees ni baayʼatan.+

  • Hojii Ergamootaa 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Waaqni saba Israaʼel, abbootii keenya ni filate; utuma isaan biyya Gibxii keessa orma taʼanii jiraachaa jiranii, ol isaan qabee irree jabaadhaan* achi keessaa isaan baase.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi