Baʼuu 23:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Waaqa keessan Yihowaa tajaajilaa;+ innis midhaan kee fi bishaan kee ni eebbisa.+ Ani si gidduudhaa dhukkuba nan balleessa.+ Faarfannaa 103:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni balleessaa kee hundumaa siif dhiisa,+Dhukkuba kee hundumaas ni fayyisa;+
25 Waaqa keessan Yihowaa tajaajilaa;+ innis midhaan kee fi bishaan kee ni eebbisa.+ Ani si gidduudhaa dhukkuba nan balleessa.+