LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Akkana jedhe: “Ati dubbii Waaqa kee Yihowaa akka gaariitti yoo dhageesse, wanta isa duratti sirrii taʼe yoo raawwatte, ajajawwan isaatiif xiyyeeffannaa yoo kennitee fi dambiiwwan isaa hundumaa yoo eegde,+ dhukkubootan warra Gibxii irratti fide keessaa isa kam iyyuu sitti hin fidu;+ sababiin isaas, ani Yihowaan sin fayyisa.”+

  • Faarfannaa 41:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Siree dhukkubsatee irra ciisu irratti Yihowaan isa kunuunsa;+

      Yeroo dhukkubsatee jirutti iddoo ciisichaa isaa guutummaatti isaaf ni jijjiirta.

  • Faarfannaa 147:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Warra garaan isaanii cabe* ni fayyisa;

      Madaa isaaniis isaaniif ni hidha.

  • Isaayyaas 33:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Jiraattota biyyattii keessaa tokko illee, “Na dhukkuba” hin jedhu.+

      Namoonni achi jiraatanis balleessaan isaanii isaaniif ni dhiifama.+

  • Yaaqoob 5:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kadhannaan amantiidhaan dhihaate isa dhukkubsate* sana ni fayyisa, Yihowaanis* isa ni kaasa. Cubbuu hojjeteera yoo taʼes isaaf dhiifama.

  • Mulʼata 21:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Inni imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa;+ duutis kana booda hin jiraatu;+ gaddis taʼe iyyi yookiin dhiphinni kana booda hin jiraatu.+ Wantoonni duraa sun darbaniiru.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi