-
Baʼuu 6:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Akka saba kootti isin nan simadha; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isinis ani Waaqa keessan Yihowaa isa baʼaa Gibxii jalaa isin baasu taʼuu koo dhugumaan ni beektu.
-
-
Lakkoofsa 16:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis Museen akkana jedhe: “Wantoota kana hundumaa kanan godhe ofii kootiin kakaʼee utuu hin taʼin Yihowaan na ergee akka taʼe kanaan ni beektu: 29 Namoonni kun kan duʼan akkuma namoonni hundi duʼanitti yoo taʼee fi adabni isaan irra gaʼus adabuma namoota hundumaa irra gaʼu yoo taʼe, Yihowaan na hin ergine jechuu dha.+
-