29 Achiis Museen Hobaab ilma Rewuʼel+ Miidiyaanicha isa abbiyyuu isaa taʼeen akkana jedhe: “Nuti gara bakka Yihowaan, ‘Ani isiniif nan kenna’+ jedhetti qajeelaa jirra. Yihowaan Israaʼeliif wantoota gaggaarii gochuuf waadaa waan galeef,+ nuu wajjin kottu;+ nutis wanta gaarii siif ni goona.”