Keessa Deebii 24:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Namni tokko Israaʼelota obboloota isaa taʼan keessaa nama* tokko humnaan qabee fudhachuudhaan yommuu cunqursuu fi yommuu gurguru yoo argame,+ namichi humnaan qabee isa fudhate sun haa ajjeefamu.+ Wanta hamaa taʼe of gidduudhaa balleessi.+
7 “Namni tokko Israaʼelota obboloota isaa taʼan keessaa nama* tokko humnaan qabee fudhachuudhaan yommuu cunqursuu fi yommuu gurguru yoo argame,+ namichi humnaan qabee isa fudhate sun haa ajjeefamu.+ Wanta hamaa taʼe of gidduudhaa balleessi.+