Keessa Deebii 16:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Magaalota* Waaqni kee Yihowaan siif kennu hundumaa keessatti tokkoon tokkoon gosaatiif abbootii murtii+ fi geggeessitoota muudi; isaanis sabichaaf murtii qajeelaa kennuu qabu. Keessa Deebii 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 “Namoota lama gidduutti yommuu falmiin kaʼu, isaan abbootii murtii duratti haa dhihaatan;+ abbootiin murtiis isaaniif murtii ni kennu; nama isa qajeelaa qulqulluu, nama isa hamaa immoo yakkamaa akka taʼe ni beeksisu.+
18 “Magaalota* Waaqni kee Yihowaan siif kennu hundumaa keessatti tokkoon tokkoon gosaatiif abbootii murtii+ fi geggeessitoota muudi; isaanis sabichaaf murtii qajeelaa kennuu qabu.
25 “Namoota lama gidduutti yommuu falmiin kaʼu, isaan abbootii murtii duratti haa dhihaatan;+ abbootiin murtiis isaaniif murtii ni kennu; nama isa qajeelaa qulqulluu, nama isa hamaa immoo yakkamaa akka taʼe ni beeksisu.+