Keessa Deebii 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Inni mucaa abbaa* hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef haqaan ni murteessa;+ nama biyya ormaa ni jaallata;+ nyaataa fi uffatas isaaf ni kenna. Faarfannaa 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni rakkataan kun ni iyyate, Yihowaanis ni dhagaʼe. Dhiphina isaa hundumaa jalaas isa oolche.+
18 Inni mucaa abbaa* hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef haqaan ni murteessa;+ nama biyya ormaa ni jaallata;+ nyaataa fi uffatas isaaf ni kenna.