-
Fakkeenya 25:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Diinni kee* yoo beelaʼe wanta nyaatu isaaf kenni;
Yoo dheebote bishaan dhugu isaaf kenni;+
-
1 Tasalonqee 5:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yeroo hunda walii keessaniifis taʼe namoota kaan hundumaaf wanta gaarii gochuuf carraaqaa malee, eenyuuf iyyuu hamaa hamaadhaan akka hin deebisne of eeggadhaa.+
-
-
-