LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Ani garuu isiniin nan jedha, nama hamaa taʼe hin mormin; kanaa mannaa, nama maddii* kee isa mirgaa kabalu* kamiif iyyuu maddii kee isa bitaas itti qabi.+

  • Roomaa 12:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Eenyuuf iyyuu hamaa hamaadhaan hin deebisinaa.+ Wanta namoota hundumaa duratti gaarii taʼe hojjedhaa.

  • Roomaa 12:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa obboloota jaallatamo, “‘Haaloo baʼuun kan koo ti; ani deebisee nan kaffala’ jedha Yihowaan”*+ jedhamee waan barreeffameef, dheekkamsa Waaqayyoof dhiisaa malee+ ofii keessanii haaloo hin baʼinaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi