-
Baʼuu 37:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Sana booda warqii qulqulluu irraa miʼawwan minjaalicha irra kaaʼaman, jechuunis saaniiwwan, xoofoowwan, akkasumas saaniiwwan golboo fi okkoteewwan warra aarsaawwan dhugaatii keessaa dhangalaafaman ni tolche.+
-
-
1 Mootota 7:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 saaniiwwan, dhaamsituuwwan ibsaa,+ saaniiwwan golboo, xoofoowwanii+ fi qodaawwan ibiddaa+ sana warqii qulqulluu irraa ni hojjete; qabsiistuuwwan balbaloota mana isa keessaa,+ jechuunis balbaloota Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼee fi qabsiistuuwwan balbaloota mana qulqullummaa+ warqii irraa ni hojjete.
-