23 “Muka laaftoo irraa minjaala+ dheerinni isaa dhundhuma lama, dalgi isaa dhundhuma tokko, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa taʼe tokkos ni tolchita.+ 24 Warqii qulqulluudhaan isa uwwista; qarqara isaatti naannessitees warqii irraa ittisa ni tolchita.