LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 40:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Achiis minjaalicha+ dunkaana walgaʼii keessa golgaa sanaa alatti kallattii kaabaa godoo qulqulluu sanaatiin ni kaaʼe;

  • Leewwota 24:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis toora tokko irra jaʼa godhiitii+ toora lamaan minjaala warqii qulqulluu irraa tolfame irra Yihowaa dura isaan kaaʼi.+

  • Lakkoofsa 3:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ajajaan mana abbootii maatiiwwan Qehaatotaa Elizaafaan ilma Uuziʼel+ ture. 31 Itti gaafatamummaan isaanii Taaboticha,+ minjaalicha,+ baattuu ibsaa,+ iddoowwan aarsaa,+ miʼawwan+ iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf oolanii fi golgicha+ kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabatan hundumaa raawwachuu ture.+

  • Ibroota 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kutaan dunkaanichaa inni jalqabaa ijaaramee ture; isa keessas baattuun ibsaa,+ minjaallii fi daabboon Waaqayyo duratti dhihaatu*+ jira ture; inni Iddoo Qulqulluu+ jedhama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi