-
Maarqos 2:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Inni garuu akkana isaaniin jedhe: “Daawit, innii fi namoonni isaa wajjin turan yeroo wanta nyaatan dhabanii beelaʼan maal akka godhe matumaa hin dubbisnee?+ 26 Seenaa waaʼee Abiyaataar+ dura buʼaa lubootaa ibsu keessatti, Daawit mana Waaqayyoo keessa seenee daabboo Waaqayyo duratti dhihaatu* isa luboota malee eenyu illee akka nyaatu hin heyyamamne+ akka nyaatee fi namoota isaa wajjin turaniifis akka kenne hin dubbisnee?”
-