LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sabichaanis, “Guyyaa sadaffaadhaaf qophaaʼaa. Saalqunnamtii raawwachuu irraas of qusadhaa”* jedhe.

  • Leewwota 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Dhiirri tokko sanyiin isaa yoo dhangalaʼe, guutummaa qaama isaa bishaaniin haa dhiqatu; hamma galgalaattis xuraaʼaa ni taʼa.+

  • 2 Saamuʼel 11:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Uuriyaanis, “Taabotichi,+ akkasumas Israaʼelii fi Yihudaan dunkaana keessa jiru; gooftaan koo Yoʼaabii fi tajaajiltoonni gooftaa kootiis dirree irra buufatanii jiru. Maarree, ani nyaachuu fi dhuguuf, akkasumas haadha manaa tiyyaa wajjin ciisuuf gara mana koo dhaquun qabaa?+ Lubbuu kee isa jiraataa taʼee fi siin nan kakadha, ani wanta kana hin godhu!” jedhee Daawitiif deebise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi