2 Saamuʼel 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isaanis Taabota Yihowaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessatti bakka isaaf qophaaʼe keessa kaaʼan.+ Achiis Daawit Yihowaa duratti aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ dhiheesse.+ 2 Saamuʼel 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.
17 Isaanis Taabota Yihowaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessatti bakka isaaf qophaaʼe keessa kaaʼan.+ Achiis Daawit Yihowaa duratti aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ dhiheesse.+
2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.