LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 25:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yeroo hundumaas ana duratti daabboo ilaalchaa* minjaalicha irra ni keessa.+

  • Leewwota 24:5-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Daakuu bullaaʼaa fuudhiitii maxinoo bifa amartiitiin tolfame 12 tolchi. Tokkoon tokkoon maxinoo sanaa daakuu eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka lamaan* haa tolfamu. 6 Achiis toora tokko irra jaʼa godhiitii+ toora lamaan minjaala warqii qulqulluu irraa tolfame irra Yihowaa dura isaan kaaʼi.+ 7 Toora lamaan maxinoo sanaa irras ixaana adii qulqulluu kaaʼi; innis aarsaa isa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu taʼee maxinoo sana kan bakka buʼu ni taʼa.+ 8 Inni Sanbata Sanbata, yeroo hunda Yihowaa duratti tarree galchee isaan haa kaaʼu.+ Kun, Israaʼelotaaf kakuu dhaabbataa taʼe dha. 9 Inni kan Aaronii fi kan ilmaan isaa ni taʼa;+ aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu keessaas isaaf hundumaa caalaa qulqulluu waan taʼeef, isaan iddoo qulqulluu keessatti isa ni nyaatu.+ Kun, dambii dhaabbataa taʼe dha.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi